
የጉባዔ ጥሪ ማስታወቂያ
ሂጅራ ባንክ አክሲዮን ማህበር
የባለአክሲዮኖች 4ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ጥሪ
በኢ.ፌ.ዲ.ሪ ንግድ ህግ አንቀጽ 366(1)፣ 367(1)፣ 370 እና 372 እንዲሁም በአክሲዮን ማህበሩ መመስረቻ ጽሁፍ አንቀጽ 17 መሠረት የሂጅራ ባንክ አክሲዮን ማህበር የባለአክሲዮኖች 4ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ ታህሳስ 13 ቀን 2017 ከጠዋቱ 2:00 ጀምሮ በአዲስ አበባ ሚሊኒዬም አዳራሽ ይካሄዳል።
በመሆኑም የተከበራችሁ የአክሲዮን ማህበሩ ባለአክሲዮኖች በዕለቱ በጉባዔው ላይ እንድትገኙልን የማህበሩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ጥሪውን ያስተላልፋል።
- ማህበሩን የሚመለከቱ ዋና ዋና መረጃዎች
1.1 የአክሲዮን ማህበሩ ዋና መ/ቤት አድራሻ፦ አ/አ ቂርቆስ ክ/ከተማ ወረዳ 01፣
የቤት ቁጥር አዲስ፣ድረ-ገጽ https://hijra-bank.com/
1.2 የአክሲዮን ማህበሩ የምዝገባ ቁጥር፦ MT/AA/3/0052401/2013
1.3 የአክሲዮን ማህበሩ የተፈረመ ዋና ገንዘብ፦ 1,493,399,000
1.4 የአክሲዮን ማህበሩ የተከፈለ ዋና ገንዘብ፦ 1,493,399,000
2. የመደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ አጀንዳዎች
2.1 እ.ኤ.አ እስከ ታህሳስ 20/2024 የተፈጸሙ የአክሲዮን ዝውውሮችን እና ሽያጮችን ማጽደቅ፣
2.2 እ.ኤ.አ የ2023/2024 ሂሳብ ዓመት የዳይሬክተሮች ቦርድ ዓመታዊ ሪፖርት ማዳመጥ እና ተወያይቶ ማጽደቅ፣
2.3 እ.ኤ.አ የ2023/2024 ሂሳብ ዓመት የውጪ ኦዲሮችን ሪፖርት ማዳመጥ እና ተወያይቶ ማጽደቅ፣
2.4 የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላትን የ2024/25 ወርሃዊ አበል መወሰን፣
3. ማሳሰቢያ
3.1 በጉባዔው ላይ መገኘት የማይችሉ ባለአክሲዮኖች ተወካዮቻችሁ ስልጣን ባለው የመንግስት አካል ተረጋግጦ የተሰጠ የውክልና ሰነድ ዋናውን እና ፎቶ ኮፒ በመያዝ ወይም በንግድ ሕግ አንቀጽ 377 መሠረት ጉባዔው ከመካሄዱ ከሦስት ቀን በፊት በማህበሩ ዋና መቤት አክሲዮን ክፍል ወይም በባንኩ ቅርንጫፎች በአካል በመቅረብ ለዚሁ ዓላማ በማህበሩ የተዘጋጀውን የውክልና ቅጽ ሞልተው በመፈረም ተወካይ መሾም እና ተወካዩም የውክልና ማስረጃውን በመያዝ የጉባዔው ተካፋይ ለመሆን እና ድምጽ ለመስጠት የሚችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን። ሆኖም ግን በብሄራዊ ባንክ ኮርፖሬት አስተዳደር መመሪያ ቁ. SBB 91/2024 አንቀጽ 20.3 መሰረት የዳ/ቦርድ አባላት እና ማንኛውም የባንኩ ሰራተኞችን መወከል የማይቻል መሆኑን እንዲሁም አንድ ባለአክሲዮን በማንኛውም ችሎታ መወከል የሚችለው አንድ ሰው ብቻ መሆኑን እናሳውቃለን።
3.2 ባለአክሲዮኖች ወይም ህጋዊ ወኪሎቻቸው በጉባዔው ላይ ለመሳተፍ ሲመጡ ኢትዮጵያዊ ዜግነታቸውን የሚያሳይ የታደሰ መታወቂያ ወይም ፓስፖርት ወይም መንጃ ፍቃድ ዋናውን እና ኮፒ በመያዝ በጉባዔው ላይ መሳተፍ ይችላሉ። እንዲሁም ትውልደ ኢትዮጵያውያን የሆኑ የውጭ ሀገር ዜግነት ያላቸው የማህበሩ ባለአክሲዮኖች ትውልደ ኢትዮጵያውያን መሆናቸውን የሚያረጋግጥ ቀኑ ያላለፈበት መታወቂያ (ቢጫ ካርድ) ይዘው መቅረብ እንዳለባቸው በአክብሮት እንገልጻለን።
የሂጅራ ባንክ አክሲዮን ማህበር የዳይሬክተሮች ቦርድ
Beeksisa yaa’ii walii gala
W.A Baankii Hijraa
Waamicha Yaa’ii idilee 4ffaa Abbootii Aksiyoona Baankii Hijraa
Akka seera daldala Itiyoophiyaa keeyyata 366(1), 367(1), 370 fi 372 tti akkasumas danbii ittin bulmaata waldaa aksiyoonichaa keeyyata 17tti Baankin Hijraa yaa’ii walii gala idilee 4ffaa muddee 13, 2017 ganama sa’aatii 2:00 irraa eegalee Finfinnee galma barkumee (Miliniyeemi)tti gaggeessa.
Haaluma kanaan abbootin aksiyoona waldichaa yaa’ii walii galaa irratti akka argamtan boordin daayrektaroota waldichaa waamicha isaa dabarsa.
- Odeeffannoowwan ijoo waldicha ilaallatan
1.1 Teessoo waajjira muummee waldichaa: Finfinnee kuta magaalaa Qirqoos, Aanaa 01
Lakk. Manaa: Haaraa
Weebsaaytii: https://hijra-bank.com/
1.2 lakk. Galmee Waldaa aksiyoonichaa MT/AA/3/0052401/2013
1.3 waldaa aksiyoonichaatti Hamma Maallaqa mallattaa’e : 1,493,399,000
1.4 waldaa aksiyoonichaatti Hamma Maallaqa kaffalame :1,493,399,000
2. Ajandaawwan Yaa’ii walii galaa
2.1 Daddabarsii fi gurgurtaa aksiyoona hanga Muddee 20, 2024 A.L.A tti raawwatame mirkaneessuu.
2.2 Riippoortii Hojii raawwii Boordii daayrektarootaa kan bara hojii 2023/2024 dhaggeeffachuu fi mirkaneessuu.
2.3 Riipportii ooditara alaa kan bara hojii 2023/2024 dhaggeeffachuu fi mirkaneessuu
2.4 Kaffaltii Durgoo Ji’aa miseensota boordii kan bara 2024/2025 murteessuu
3. Yaadachiisa
3.1 Abbotin aksiyoonaa qqaman hirmaachuu hin dandeenye sanada bakka bu’ummaa qaama mootummaa aangoo qabu irraa kenname oorjinaala fi kooppii isaa qabachuun ykn akka seera daldala biyyattii keeyyata 377 tin yaa’iin walii gala adeemsifamuun duratti guuyaa 3 dursuudhaan waajjira muummee baankichaa kutaa aksiyoonaa ykn dame baankichaa kamiyyuutti dhihaachun uunkaa bakka bu’ummaa kanaaf qophaa’e guutun qaama biraa bakka buusuu qaamni bakka bu’es sanada bakka bu’ummaa isaa qabachuun sagalee kennuu fi yaa’icha irratti hirmaachuu kan danda’u ta’uu kabajaan ibsina. Haa ta’u malee akka danbii ittiin bulmaata korporeetii baankii biyyoolessa itiyoophiyaa lakk. Danbii SBB 91/2024 keeyyata 20.3 tin miseensonni boordii daayrektaroota fi hojjattoonni baankichaa bakka bu’ummaa fudhachuu kan hin dandeenye ta’uu beeksifna
3.2 Abbootin aksiyoonaa ykn bakka bu’oonno yaa’icha irrachu hirmaaachuf yeroo dhufan warqaa eenyummaa lammii itiyoophiyaa ta’uu isaanii ibsu, Paasportii ykn, eeyyama konkolaachisaa orjinaala fi kooppii isaa qabachuun hirmaachuu danda’u. akkasumas abbootin aksiyoonaa dhalataa itiyoophiyaa ta’anii lammii biyya biyya alaa ta’an waraqaa dhalataa itiyiyoophiyaa ta’uu isaanii ibsuu (Yellow Card) qabachuun irraa akka eegamu kabajaan ibsina.
Boordii Daayrektaroota Baankii Hijraa

Leave A Comment