loader image

ባንካች በልዩነት ባቀረበው ሐረመይን የቁጠባ ሂሳብ በመጠቀም የዘንድሮውን የሐጅ ጉዞ ለሚያደርጉ ደንበኞቹ እና ሌሎች የሐጅ ተጓዦች የሽኝት ፕሮግራም አከናወነ።
ባንካችን ለተጓዥ ደንበኞቹ እና ለመላው ሑጃጆች መልካም ጉዞ እየተመኘ አላህ ዘንድ ተቀባይነት ያለው ሐጅ እንዲሆንላችሁ ይመኛል።

Baankiin keenya herrega qusannaa addaa Harameeyin fayyadamuun sirna Hajjii Baranaa raawwachuuf Maamiltoota qophaa’aniif imaltootta hajjii biroof bifa addaatiin sagantaa gaggeessaa taasiseera. Maamiltoota isaa fi Hujjaajota imala Hajjii taasisuuf imala irra jiran hundaaf imala nagaa akka qabaatan hawwaa, Hajjii irraa qeebalamtu akka ta’us ni hawwa.

Leave A Comment