
July 8, 2023
Baankiin Hijraa gara bu’aa argamsiisuutti ce’eera.
Baankiin Hijraa Baankii Biyyaalessaa irraa hayyama argachuun biyya keenya keessatti guutuun guututti shari’aa irratti hundaa’uun tajaajila dhala irraa bilisa ta’e kennuuf Hagayya 29, 2013tti hojii akka eegale ni beekama. Imala Waggaa tokko fi ji’a kudhan dabarsineen Seenaa indaastirii baankii biyyattii keessatti guddina abdachiisaa galmeessisuun daandii milkaa’inaatti imalaa jira. Bara baajataa 2022/23 xumurame kanatti guddinna Bu’aa […]

July 8, 2023
ሂጅራ ባንክ ወደ ትርፍ ተሻገረ!
ሂጅራ ባንክ ከብሄራዊ ባንክ ፈቃድ በማግኘት በሀገራችን ሙሉ በሙሉ ሸሪዓውን መሠረት ያደረገ የወለድ ነጻ አገልግሎት ለመስጠት በነሐሴ 29 2013 ሥራውን መጀመሩ ይታወቃል፡፡ ባሳለፈው የአንድ ዓመት ከከአስር ወር ጉዞ በሀገሪቱ የባንክ ኢንዱስትሪ ታሪክ አመርቂ የዕድገት መጠንን በማስመዝገብ በስኬት ጎዳና እየገሰገሰ ይገኛል፡፡ በተጠናቀቀው የ 2022/23 የበጀት ዓመት 162% (አንድ መቶ ስድሳ ሁለት በመቶ) የትርፍ መጠን ዕድገትን ጨምሮ […]